Psalms 40:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini obse, qarqaarsa AABBO Waaqa ira eegad'e; jennaani inni na ch'aqase boha tiyya d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa akka na gargaaruuf obsaan eeggadhe; Inni gara kiyya deebi'e; kadhaa kiyyallee naa dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ossaan Mootii Waan Maraa eegadhe; innille gara kiyya deebi'ee iyya tiyya dhage'e.