Psalms 40:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama na ijeesuu fed'u ha dabsatani balleesaniti. Nama maro gaargala kiyyati gammadu ha dudda duubati deebisani ch'eersaniiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri na ajjeessu'uuf na soqan maruu haa mullanii; qaanayanii duubatti haa deebi'anii; worra miidhamuu kiyya hawwan salphinni isaan irra haa gawu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri na ijjeesiisa barbaadu marti fokkifatanee qaanowanuu ti. Worri miidhama kiyya halchu marti salphinnaan gara duuba deebi'anuu ti.