Psalms 40:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO, anini hiyyeesa laafa, irre inqamne, ammo atini inuma na qaabata. Atini baafama kiyyafi Waaqa kiyya hurrisi, kooti na qarqaari!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! ani hiyyeessa rakkata'a; ati garuu na hin irraanfanne; Ati fayyisa'aa fi gargaaraa kiyya waan taateef ammallee dafii na dhaqqabi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kiyyatti, ani rakkata'a; dadhabaalle'e; Gootta'a na hin dedhin. Ka na qarqaaruu fi ka na baasu si'i; Ee Waaqa kiyya, hin turin.