Psalms 40:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni faaru hareeti Waaqa keennaani faarsani na barsiise. Nami hedduuni waan kana arge sodaate AABBO Waaqa abdata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jajuu Waaqa keennaa ta'u; faaruu haarawa afaan kiyya keessa kaaye; baay'e'etu arga; hin sodaata; Rabbiin abdata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni faaruu haareya leellisa Waaqa keennaa afaan kiyya keessa keye. Worri hedduun tana dhagganee isa sodaatanee, Mootii Waan Maraatitti addatan.