Psalms 40:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana isaati ka AABBO Waaqa abdate waan harkaani boch'ani kad'achuu dide, waaqoota d'araa gula deemuu didu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Rabbiin hedoo ufii godhate; ka gara worra uf jajuu hin laalle; ka gara worra waaqa sobaa faanaa deemuu hin laalle; nama eebbaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Mootii Waan Maraatitti addatu, gara worra koorameeyyi'iitii fi, dharaameyyi'ii deebi'iisaan ka itti hin addanne, ka gammade.