Psalms 40:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa keenna atini waan dansa heddu nuu tolchite; nami aka keeti tokoleeni injiru. Atini waan mama heddu nu tolchite, ka anini dandae amma toko tokooni maqa ind'oomne!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Waaqa kiyya! maalaleen ati goote baay'e'e; waan ati nuu karoorsite eennullee ka himee fixuu danda'u hin jiru hin odeessa; hin dubbadha yoo jedhe hagaa fi laakkobsa hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya, baasa hedduu nuu gooteerta; ka akka keetii hin jiru! Ati waan baasaa nuu yaadatteerta. Laakkossi waan kanaa guddoo baca'a; ani ijjumaa odeessee fixee hin dande'u.