Psalms 40:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini soriofi waan si baasani infeetu, ammalle hori gubani sorio baasanifi ka sorio dabaani ufi iraa baasani imbarbaadu. Ammo atini gurra anini siini d'agayu naa kennite,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ciinca'aa fi kennaa hin barbaanne; horii ciinca'aa ka cubbuu namaatiif ciincawu hin sondhe; gurra kiyya garuu hin bante.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ciinca'aa fi kennansa hin barbaaddu; horiin addee ciinca'aa irratti akka ciinceffamu, yookiin ciincaa araara cubbu'uu hin barbaaddu. Tanaa manna, gurra sii dhage'u naaf kenniteerta.