Psalms 40:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa kiyya, anini akami fed'i tante guutu fed'a! Barsiisaani tante qalbi tiyya keesa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa kiyya! ani fedha kee raawwachuu barbaada; seerri kee garaa kiyya keessa jira» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa kiyya, ani fedhii teeti muummessuu halcha; seerri keeti gadhaa kiyya keessa jira» jedhe.