Psalms 41:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana isaati ka hiyyeesaa nahu; hojja inni gaargala qabu AABBO Waaqati isaa qarqaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hiyyeeyyi'ii yaadu ka eebbaati; isaallee Rabbi guyyaa hamaa hin oolchaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami worra hiyyeeyyi'iif yaadu ka gammade; guyyaa rakkinnaa, Mootiin Waan Maraa isa hin baasa.