Psalms 41:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, naa nahi, na fayyisi, aka anini nyaapa kiyya suni haalo baafad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! garaa naa laafi; ani diintota kiyya akka haluu bayu fayyaa naa kenni;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati na marari; diinota kiyya akka ani haluu bayu, dhibee tiyya irraa ol na kaasi.