Psalms 41:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani worri na indabsatu, ammalle aka atini na gammachiiftele beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diinni kiyya akka na mooyatetti waan hin hafneef; akka ati natti gammadde hin beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti kiyya injifachaa na irratti waan hin dhaggatiniif, akka ati natti gammadde ani tanaan beeka.