Psalms 41:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro anini waan d'uga tolchufi atini na qarqaarte, haga jiru jireenna fulla tante na teesifta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati akka qajeellummaa kiyyaatiif na gargaarta; baraa haga bara baraa afoo kee na jiraachifta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa dhugaamessummaa tiyyaatiif, ati na hin qarqaarta; fuula keeti dura haga bara baraa na hin jiraachitta.