Psalms 41:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa Israelii faarsa! Ammaafi hegerile faarsa! Amini! Amini!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi Israa'elii baraa haga bara baraa ka eebbifame haa ta'u! Amiin! Amiin!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, Waaqi Israa'elii bara baraa haga bara baraa leellifamuu ti! Ameen! Ameen!