Psalms 41:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja inni fayya d'abe sire keesa ch'iisule, AABBO Waaqi isa qarqaare fayyise jabeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa inni dhibamee siree irra ciisu hin kunuunsaan; hennaa dhibame fayyisee siree irraa kaasaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Taqee inni dhibamee irra jiru irratti Mootiin Waan Maraa isa hin qarqaara; fayyisee taqee dhibo'oo irraa isa hin kaasa.