Psalms 41:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'e, Ee, AABBO Waaqa, anini ya siti ch'ubbame; naa nahi, na fayyisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee «Yaa Rabbi! garaa naa laafi; waan si yakkeeruuf lubbuu tiyya fayyisi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka kiyyatti, «Ee Mootii Waan Maraa, ani waan si yakkeef, na marariitii, dhibee irraa na fayyisi» jedheera.