Psalms 41:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi kiyya hameenna kiyya dubbate, waan jed'u, Inni yoomi due maqaani isaa bada?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni tiyya worri waan hamaa na irratti dubbatan «Yoom du'a? maqaan isaallee yoom irraanfatamee hafa?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti kiyya waan hantuu na irratti dubbatanee «Inni yoom du'a? Maqaan isaa yoom bada?» jedhan.