Psalms 41:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni d'ugaani na argu ind'ufu; ammo worri nama ch'ufa ira odu tiyya ta hameenna guure, fulla ch'ufa deeme odeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka na gaafachu'uuf dhufu yoo jiraate, garaa ufii keessatti arraba qabatee; mormaa oliin dubbata; bayee oduu odeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri na ilaaliisaaf dhufu, dubbii sobaa haasowan; gadhaa ifiititti waan hantuu qabatanee, yennaa gad bayane, isii odeessan.