Psalms 41:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaali kiyya jabaani ka anini guddo d'aabad'e ka nu sagale woliini nyaannuleeni ya nati garagale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka na woliin nyaata qoodamee nyaate; jaalalloon kiyya ka dhiyo'oo ka ani hedadhu diina natti ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalli kiyya ka natti dhikaatuuyyuu, ka ani itti addadhu, ka sagalee na woliin nyaate, na irratti ka'eera.