Psalms 42:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma hiddini bisaani qabanao d'uddu d'araatu, aninileeni akasuma sii d'araa, ee Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! akkuma borofni burqaa bisaanii hawwu, anillee si arguu hawwa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma gadansi bisaan yaa'u dharra'u, Ee Waaqa, anille si dharra'a.