Psalms 42:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi kiyya na arabse, Waaqi kanke me? jed'e na gaafanaani, anini araba isaani suni aka male d'ukubsad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni tiyya guyyaa guutuu « Waandhi kee eessa jira?» jedha'aa dubbi'iin na wowworaanan; lafeen tiyyallee hin bututte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti kiyya yennaa mara, «Waaqi keeti meet?» jedhiisaan na arrassaa lafee na cassan.