Psalms 42:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maafi akana tae laalefad'e gaargala? Anini Waaquma abdad'a; ammalle deebie Waaqa kiyyafi baafama kiyya faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuu tiyya maaf gaddita? maaf na keessatti rakkatta? abdii kee Waaqa irra godhadhu; fayyisaa kiyyaa fi Waaqa kiyya ganaa galatoonfadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee lubbuu tiyya maaf gaddita? Na keessatti maaf jeeqanta? Ani deebi'ee Waaqa fayyisaa kiyya waan leellifadhuuf, Waaqa keetitti addii godhadhu.