Psalms 42:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini halkani guyya bohe, imimaani kiyya ch'alla soorad'a, ka nyaapi kiyya hojja ch'ufa na gaafate, Waaqi kanke me? nani jed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni kiyya yoo maraa «Waandhi kee eessa jira?» waan naan jedhaniif halkanii fi guyyaa waan booyuuf imimmaan kiyya akka nyaataa naa ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan yennaa mara, «Waaqi keeti meet?» waan naan jettuuf, halkanii fi guyyaa imimmaan sagalee tiyya teeteerti;