Psalms 42:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ha jaalala isaa ta ind'umanne guyya na garsiisu, aka anini halkaniini faaru Waaqa na jireesuuni kad'ad'u d'aad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi guyya'aan jaalala ufii ka bara baraa kenna anillee halkan faaruu galataa isaa dhiyeessa; Waaqa jiraataa na jiraachisu hin kadhadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa guyyaa mara jaalala ifii ka bara baraa mudhisa; anille halkan faaruu isaaf dhikeessa; gara Waaqa jiruu tiyyaa daadimadha.