Psalms 42:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan Waaqa jaba na qorqoratuni jed'u, Atini maanifi na deete? Anini maanifi maro nyaapi na dabsufi akana tae boha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii goda kiyyaan! «Maaf na irraanfatte? diintonni kiyya na rakkisa'aa ani maaf gadda'aa jiraadha?» jedhaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Waaqa rassaa kiyyaan, «Ati maaf na deete? Diinoti kiyya waan na cunqursaneef, ani maaf bowaa ideema?» jedha.