Psalms 43:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, nami kunini wollaala inqabu jed'i d'uga naa muri, gumi si imbeenne durati naa dubbad'i; nama ch'ubbicha kiyyiba duraa na baasi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! naa murteessi; banii sitti hin amanne afo'otti naa falmi; worra sobuu fi hammeeyyii jalaa na baasi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, naaf muri; worra si'itti hin dhugeeffanne duratti naaf falmi; worra dharaameyyi'ii fi hamaaleyyii jalaa na baasi.