Psalms 43:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi anini iti d'eed'u sii, atini maafi na lakifta? Anini maafi maro nyaapi kiyya na dabseefi tae gaargala?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! Ati hunna kiyya waan taateef maaf na dhiifte? uduu diinni na rakkisu maaf gadda keessa jiraadha?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati Waaqa ani itti baqadhu; ati maaf na lakkitte ree? Ani diinota kiyyaan cunqurfamee maaf bowaa ideema ree?