Psalms 43:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maafi akana tae laalefad'e gaargala? Anini Waaquma abdad'a; ammalle deebieti Waaqafi baafama kiyya faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuu tiyya; maaf gaddita? maaf na keessatti raafamta? Waaqa qorsa kiyya ganaa waan galatoonfadhuuf abdii kee Waaqa irra godhadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee lubbuu tiyya maaf gaddita? Na keessatti maaf jeeqanta? Ani deebi'ee Waaqa fayyisaa kiyya waan leellifadhuuf, Waaqa keetitti addii godhadhu.