Psalms 44:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, nu ya gurra keennaani d'ageenne — ababooti teennaleeni ya waan guddo atini gaafa worri jiru tolchite nuti himte;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! gurra keennaan dhageenneerra; abboonni teenna bara durii, bara isaan turan waan goote nutti himaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, nuuti gurra keennaan dhageenneerra; abbootiin teenna ta durii bara ifii keessatti waan ati hujje nutti himaneeran.