Psalms 44:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini nyaapa keenna dura nu baqachifte, worri waan keenna boojie itiini d'aabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati diintota teenna afo'oo akka dheessinu nu goote; diintonni teenna qabeenna qabnu maraa nu jalaa saaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinota keenna duraa akka baqannu nu gooteerta; nyaaphoti keenna nu saamaneeran.