Psalms 44:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini aka hooliye nu qaqalte, gosa d'ibi keesati nu firfirsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hoolota qalmaaf oofamanii nu goote; banii gara garaa keessa nu bittinneessite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati akka hoolota qalantuu dabarsitee nu kennitee, gosa biyya adda addaa oddu'utti nu bittinneessiteerta.