Psalms 44:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini gumi tante gati diqooti gurgurte, aka waan worri woma keesa injirre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii kee gatii salpha'atti gurguratte; isaan gurguratte'eefillee bu'aa hin arganne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati kolbaa teeti gatii diqqo'otti gurgurte; gurgurama isaanii irraa bu'aa womaa hin dhagganne.