Psalms 44:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti d'aatu teenna jirtu waan atini nu tolchite agarraani nu goyeesite nu kofalti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ollaa keenna keessatti akka tuffatamnu, worri naannoo keenna jiran akka nutti baldanii fi akka nutti kolfan goote.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati cooraa gosa ollaa keennaa, murgo'oo fi kolla worra adaala keenna jiruu nu goote.