Psalms 44:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini yayu aka gochiti ch'ufti nu tufatu nu tolchite, worri yayu fuula guure nu goyeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii gara garaa keessatti worra mammaakaa nu goote; namoota jiddu'utti tuffi'iin worra mataa itti raasan nu goote.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati gosa biyya adda addaa oddu'utti mammaassa nu goote; isaan tuffi'iin mataa nutti raasan.