Psalms 44:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja ch'ufa ch'eeraa fokoni na qabate waan tahu wollaala,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa maraa nama salphinnaati; guyyaa maraa salphinna keessa oola.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa mara salphinni kiyya naan dura jira; fuulli kiyya qaanii uffateera.