Psalms 44:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato nu sila Waaqa keenna lakimne, waaqa d'ibi harka dura qabanne,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu maqaa Waaqa keennaa irraanfannee, harka keennallee gara Waaqa tolfama'aa badhifnee jiraannee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti maqaa Waaqa keennaa adoo deenee jiraannee, harka keenna gara Waaqa ormaa adoo badhifannee jiraannee,