Psalms 44:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo maro teetifi hojja ch'ufa nu ijeesani, hooliye qalma geesani nu tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu guyyaa guutuu waan keetiif du'aan wolitti baana; akka hoolota goorra'amaniitittillee laakkayamneerra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Teetuu malee, nuuti guyyaa mara si'iif jennee ijjeefanna; akka hoolee qalantuu laakkowanneerra.