Psalms 44:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini tante goraade ufiitini lafa indabsanne, yokhaani irre ufiitini infud'anne; ammo irreefi humna teetifi ammalle maro atini worra woliini jiraatte, jaalala tante garsiifteefi worri nyaapa ufi suni dabsate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa guraadee ufiitiin hin dhaalle; mootee ka argatan irree ufiitiinii miti; ati waan isaan jaalatteef harki kee ka mirgaa irreen teetii fi ifni fuula keetii waan kana godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan shallaagaa ifiitiin lafa san hin qabanne; isaan hunna ifiitiin hin injifanne; ati waan isaan jaalatteef, harki keeti middichi, irreen teetii fi ifi fuula keetii tana isaaniif kenne.