Psalms 45:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qalbiini tiyya dubbi dansa heredde, hojja anini faaru hayyuuni faarsu tana d'aad'u. Aka harki nama woi t'aafu hojja ch'ufa kurfoo jiru arabi kiyyaleeni kurfoo jira, aka faaru d'aad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan kiyya yaada mishaa burqisiise; weedduu weeddise mooticha dhageessisa; arrabni kiyya akka qalama akka misha'atti barreessuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin dansaan gadhaa kiyya guuttee dhangalaati; wolaloo tiyya mootichaaf hin dhageessisa; arrabi kiyya akka feenii nama woy barreessiisaan beekkamee ti.