Psalms 45:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Faaruni tiyya tunini maqa kanke haga jiru jireenna badu d'owarte, haga hegerile nami ch'ufti si faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen tee ilmaan ilmaan ufiititti waan kee himan; kanaafuu baniin maruu baraa haga bara baraa si jalatti bulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhaloota mara keessatti gurra keeti hin mudhisa; tanaaf gosi biyya adda addaa bara baraa haga bara baraa si leellitti.