Psalms 45:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini nama ch'ufa ira mid'aada; dubbini teetileeni qajeeltu. Haguma duriti Waaqi ya si eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ilmaan namaa maraa caalaa guddiftee bareedda; afaan kee jecha ayyaana qabu burqisiisa; kanaafuu Rabbi baraa haga bara baraa si eebbiseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ilmaan namaa mara caalaa miidhaga'a; dubbiin teeti arnya qaddi; tanaaf Waaqi haga bara baraa si eebbiseera.