Psalms 45:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee hayyicha gudda, goraade tante fud'ad'i, hid'ad'i atini guddinnaafi jabeenna qabda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootii jabaa! ulfinnaa fi gaachena uffadhu; guraadee kee hidhadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee mooticha janna, ka ulfinnaa fi arnya qaddu, shallaagaa keeti hidhadhu.