Psalms 45:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farda kanke ka guddinna yaabad'i, nyaapa kanke dabsad'i, d'ugaafi qajeeluma kalchi! Harki kanke mirgichi nyaapa ch'ufa si dabsachiisa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan dhuga'aatiif, waan qajeellumma'aatii fi kasoomu'uun gaachena kee uffadhuu mooyachu'uuf deemi; harki kee ka mirgaa hujii maalale'ee haa mudhiftu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo dhuga'aa, marroo gadhi-laafumma'aa fi balchumma'aatiif, arnya keetiin injifatiisaaf ka'i; harki keeti middichi injifachaa gugurdoo dhaggisiisuu ti.