Psalms 45:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
atini waan dansaa jaalate waan hamtu jibbita. Tanaafi Waaqi kanke si fohate, hayyu d'ibi ch'ufa ira si muude si gammachiise. Woyaani tante qayyaafi qumbi d'oofti;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati balchummaa jaalatte; diddaa hin jibbite; kanaafuu Rabbi Waandhi kee si filate; hiriyyoota kee caalaa dhadhaa gammachu'uu si dibe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati balchummaa jaalattee, hammeenna jibbite; tanaaf Waaqi, Waaqi keeti zayitii gammadaa si muudee, hari'aa teeti akka caaltu si godhe.