Psalms 46:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi irre teenna, fulla nu iti d'eennu, ka hojja nu gaargala qamnu ch'ufa nu qarqaaru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi irkoo keennaa fi hunna keenna; hennaa rakkoon nu irra gayu maraa gargaaraa keenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi addee itti baqannu; inni hunna teenna; yennaa rakko'oo inni guddoo nu qarqaara.