Psalms 46:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'u woli had'u lakisa, aka anini AABBO Waaqa beekha. Gosa ch'ufafi lafa ch'ufa keesaleti na guddisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gab jedhaa'a; hara baafadhaa'a; akka ani Waaqa ta'e beekaa'a; Ani banii maraa irratti hin kabajjama; ardii irrattillee hin kabajjama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Cadhisa'aa, ani Waaqa akka te'e beeka'a; ani gosa biyya adda addaa oddu'utti, biyya lafaa irralle'etti hin saadama» jedha.