Psalms 46:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi dira suni keesa jira, dandaani inchochoosani, inni ganama d'ufe dira suni qarqaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi isii jidduu jira; hin raafamtu; Rabbi ganamaan isii gargaara.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi qachaa san keessa waan jiruuf, qachaan sun hin tacho'u; Waaqi barii ganama qachaa san hin qarqaara.