Psalms 46:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, waan AABBO Waaqi tolche, laala, waan mama ka inni lafa keesati tolche dawaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kootta'aa hujii Rabbii; attamitti akka lafa duwwaa godhe laalaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kowa'aatii, hujii Mootii Waan Maraa, badii inni lafa irratti fide ilaala'a.