Psalms 46:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni lafa ch'ufa keesa nama woli had'u d'owe, guube ch'ach'abse, woraana balleese, wontele guba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni lola ardii maraa irratti taasifamu hin dhaabsisa; ebo'oo fi woraana hin cabsa; wonteellee ibiddaan guba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni lola biyya lafaa irraa hin dhaabbachiisa; guube'ee fi eboo hin caccassa; wonteelle ibiddaan hin guba.