Psalms 47:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa ch'ufa, gammada harka d'aa! Lalaba sirba, AABBO Waaqa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin maruu gammachu'uun harka dhayaa'a! laagaa gudda'aan faarsa'aa Rabbiin galatoonfadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa marti, harka keessan dhowa'a; qoonqoo ol qabadha'aatii, Waaqaaf ilillisa'a.