Psalms 47:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa faarsa; hayyu keenna faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faarsaa'a Waaqa keenna faarsaa'a! faarsaa'a mootii keenna faarsaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa faaru'uun leellisa'a; leellisa'a; Mootii keenna faaru'uun leellisa'a; leellisa'a.